Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuufi
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuuf ta’uu gabaafame.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ejensiin Humna Atoomikii Idil Addunyaa Yukreenitti sochiin dhoksaan gabbisa niwukilaaraa jiraachuufi jiraachuu dhabuu isaa adda baasuuf garee hordooffii fi to’annoo gara Yukreenitti erguufi jedhameera.
Ejensichi naannawaa biyyattii kamitti sakatta’iinsa akka gaggeessu kan hin ifoomne ta’uu BBCn gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.