Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Ameerikaan mootummaa FDRI waliin hojjechuuf qophii tahuu ibsan

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Ameerikaan naannoo Tigiraayitti dhiyeessii deeggarsa namoomaa fi deebisaanii dhaabuu mootummaa waliin hojjechuuf qophii tahuu ibsan.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi Ameerikaan naannoo Tigiraayitti dhiyeessii deeggarsa namoomaa fi deebisaanii dhaabuu irratti mootummaa FDRI waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareezii fi Ministerri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Jee Biliinkaan matii taasisaniin naannoo Tigiraayitti dhiyeessii deeggarsa namoomaa fi deebisaanii dhaabuu irratti mootummaa FDRI waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Marichaan dhabbatichii fi mootummaan Ameerikaa dhimmoota idil addunyaa hedduurratti waliin hojjechuuf marii’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.