Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa walakkaa waggaatti galii Birrii biiliyoona 2.6 argate

Finfinnee, Guraandhala 22, 2015 (FBC) – Dhaabbanni misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa Indaastirii Oomishtootaaf meeshaalee dheedhii dhiyeessuun walakkaa waggaatti galii Birrii biiliyoona 2.6 argachuu beeksiiseera.

Dhaabbatichi baatiwwan jahan darban galteewwan Indaastirii fi tajaajiloota biro dhiyeessuun Birrii biiliyoona 3.4 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoona 2.6 argachuu Itti aanaan Daayrektara hojiirra oolmaa Piroojektii dhaabbatichaa Subaalaw Makuriyaan Faanaa Biroodkaastiingi Korporeetiif himaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.