Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 ifoomse

Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 ifoomse.

Dhaabbatichi deeggarsicha ifoomsuu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisaniiru.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad karaa fuula Feesbuukii isaanitiin akka beeksisanitti, dhaabbatichi deeggarsicha ifoomsera.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy dhaabbatichi deeggarsicha laachuu isaatif galateeffataniiru.

Dooktar Abiy deeggarsichi akka dhugoomu daayreektarri olaantuu dhaabbatichaa Kristaaliinaa Joorjeevaan gumaacha taasisaniif galateeffataniiru.

Deeggarsi maallaqichaa fooyyessa diinagdee biyya keessaa tumsuuf oola.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.