Dhaabbanni “namoota namootaaf” jedhamu deeggarsa Birrii miiliyoona 12tti tilmamamuu taasise
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Dhaabbanni “namoota namootaaf” jedhamu deeggarsa namoota qe’ee fi qabeenya isaaniirraa gocha badii garee shororkeessaa ABUT’iin buqqa’aniif deeggarsa taasisuu ibsameera.
Dhaabbatichi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasisuu ibsameera.
Deeggarsicha Ambaasaaddara kabajaa dhaabbatichaa kan ta’e Atileet Hayilee Gabresillaasee Itti aanaa hoji gaggeessaa godina Walloo Kibbaatti laateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.