Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni geejjiba galaanarraa Xaaliyaanii Ityoophiyaatti hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksise

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Dhaabbanni geejjiba galaanarraa Xaaliyaanii Riimoorichiiyaatoorii Yuuniitiin  Ityoophiyaatti hojjechuuf fedhii qabaachuu beeksise.

Gareen dhaabbatichaa Ityoophiyaatti daawwannaa taasiseera.

Garichi Ministira Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogas waliin haala damicharratti bobba’uu danda’amurratti mari’ataniiru.

Carraawwan damee geejjibaa fi loojistikiin jiran ibsamuu aadde Daagmaawwit gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.