Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibse

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa “USAID”  deeggarsa dabalataa Birrii biiliyoona 2 Ityoophiyaaf taasisuu ibseera.

Deeggarsichi lammiilee hongeen naannolee Oromiyaa, Somaalee,  Amaaraa fi Uummattoota Kibbaatti miidhamaniif kan oolu ta’uu ragaan dhaabbaticharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.