Fana: At a Speed of Life!

Feesbuukiin eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa dhaabuufi

Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Feesbuukii odeeffannoo dhuunfaa eeguuf eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa akka dhaabuu beeksiseera.

Dhaabbatichi teessoo Fayyadamtoota lootee seentoonni kara salphaan akka hin arganneef lakkoofsa iccitii /koodii/ bilbilaa sochotuun akka ergamuu filannoo keenna tureera.

Yaata’utii fayyadamtoonni Feesbuukii lakkoofsa bilbilaa beeksisuu fi eeruu barbaacha hiriyyaatti fayyadamaa kan ture ta’u ni yaadatama.

Yeroo amma Ameerikaa irraa sirna lakkoofsa haaraa waliin wal qabatee hojii kana dhaabuuf qophiirra jiraachuu beeksiseera.

Maddi:- BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.