Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Gaanfa Afrikaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu doolaara miiliyoona 85 ifoomse

Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Gaanfa Afrikaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu doolaara miiliyoona 85 ifoomseera.

Deeggarsichi Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan ooluu yoo ta’uu, sagantaa nyaata addunyaa, fannoo diimaa, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniii olaanaa baqattootaa fi UNICEF hojiirra kan ooluu ta’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Itti aanaa Barreessaa fi qindeessan Dhimmoota  deeggarsa namoomaa yeroo ariifachiisaa Maartiin Giriifaatis ibsaniiru.

Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Shaakbuut Biin Naahiyaan Al Naahiyaan, dhiibbaan jijjirramaa qabeenya qilleensaa naannichaatti rakkoo namoomaan qaqqabsisuu kan isaan yaaddesee ta’uu ibsaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.