Dhaabbanni CCECC jedhamu Paarkii Indaastirii Jimmaatti hojii Invastimantirratti bobba’uuf waliigale
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Buna Qindeessurratti hojjetu CCECC jedhamu Paarkii Indaastirii Jimmaatti hojii Invastimantirratti bobba’uuf har’a waliigaltee mallatteesseera.
Itti Aanaan Komishinaraa Komishinii Invastimantii Daani’eel Tarreessaa fi Itti Aanaa Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Misooma Paarkii Indaastirii Shifarraawu Salamoon bakka buutoota dhaabbatichaa waliin waliigaltee mallatteessuu ragaan Korporeeshinichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.