Fana: At a Speed of Life!

Demokraatiik Rippaabliik Koongootti namni vaayrasii iboolaatin qabame argame

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Demokraatiik Rippaabliik Koongootti namni vaayrasii iboolaatiin qabame argamu himamee.
Bahaa biyyattitti namni vaayrasii iboolaatiin qabamee argamuu Ministeerri Fayyaa biyyichaa beeksiseera.
Naannoo magaalaa Buuteetmoo jedhamuttis vaayrasichaan lubbuun dubartii 11 darbeera jedhame.
Kanarratti hundaa’ee aanga’oonni biyyatti vaayrasichaa to’achuuf garee ogeeyyii fayyaa gara iddichaatti bobbasaa jiraachuu himameera.
Baatii 3 duraa kutaa bahaa biyyattitti dhibichi muul’ateet ture.
Iboolaan vaayrasii dhukkuba ho’ina qaama, dhadhabbii, irree fi qonqoo tasaa fi balaafamaadha.
Vaayrasiichi cimaa wayita deemuu ammoo ol deebisuu fi gara kaasaan eegala.
Dabalataanis dhangala’uu dhigaa keessaa fi alaa ni qaqqabsiisa.
Maddi:-BBC
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.