Fana: At a Speed of Life!

Deenmaarki 1- 1 Ingilaandi

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni galgala kana Deenmaarkii fi Ingilaandi gidduutti taphatame qixaan xumurame.

Taphni hawwiin eegamaa ture kun galchii 1 qixa xumurameera.

Ingilaandi qabxii 4 ramaddicha dursaa jirti.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.