Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoonni walakkaa ol Ityoophiyaaf taasifame

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ingiiliiz deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Astiraazeenikaa doozii kuma dhibba 500 Ityoophiyaaf laatteetti.

Sirna walharkaa fuudhinsichaa Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Imbaasii Ingiiliiz Aleeks Kameeroon buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaatti argamun gaggeessaniiru.

Deeggarsichi namoota talaallii vaayrasii koroonaa marsaa jalqabaa fudhatanii marsaa 2ffaa eeggataa jiraaniif ni oolaa jedhameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.