Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi namoomaa Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa erge naannoo Tigraay ga’e

Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Deeggarsi namoomaa meeshaalee yaalaa, midhaan nyaataa fi meeshaalee Bishaan calalanii Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaan ergame naannoo Tigraay ga’uu ibsame.

Deeggarsi kun bara 2021 as deeggarsa namoomaa Geejjiba lafarraan naannicha ga’e jalqabaa ta’uu ragaan fuula korichaarraa argame ni muul’isa.

Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an hedduun naannoo Afaar karaa Abi’aalaan gara naannoo Tigraay ga’uu fi har’as kan ga’an jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsuun kan yaadatamuudha.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.