Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi namooma mata duree ‘Jalaallii Tigraayii fi Matakkaliif’ jedhuun walitti qabamuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Deeggarsi namooma mata duree ‘Jalaallii Tigraayii fi Matakkaliif’ jedhuun walitti qabamuu eegaleera.
Hariiroon deeggarsa Gloonaal Alaayaans, gaazixeessitoota tola oltoota Ityoophiyaa fi waldaa artiistoota, tola oltoota deeggarsa walitti qabuu Tigraayii fi Matakkalii fi waldaa fannoo diimaa Ityoophiyaa waloon deeggarsicha walitti qabuuf kan hoojjetan ta’uu ibsaniiru.
Lakkoofsi herregaa 10003277016559 Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa maqaa Fannoo Diimaan banamee Birrii 5 irraa eegalee deeggarsi akka taasifamuuf kan gaafatamee yoo ta’u, Ityoophiyaanoota biyyaa alaa jiraataniif ammoo kara Gloobaal Alayaans goofandimiin deeggarsa akka taasisaan waamichi dhiyaateera.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.