Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifame

Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifameera.

Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa hojii biyya diiguu gareen shororkeessaa ABUT ittisuuf raayyaa ittisa biyyaatti makamiiniif gaggeessan kan taasifamee.

Sagantaa gaggeessichaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Dirree Dawaa obbo Kadir Jawaar fi keessummoonni waamichi taasifameef argamuu ragaan poolisiin magaalaa Dirree Dawaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.