Dargaggoota godina Jimmaa fi Harargee Bahaa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Dargaggoota godina Jimmaa fi Harargee Bahaa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.
Sirna gaggeessaa kanarratti gochaa Shororkeessummaa garee ABUT balaaleeffataniiru.
Dargaggoonnii kunneen jaarsolii biyyaan eebbifamuun gaggeeffamaniiru.
Dargaggoonni godinaalee kanneenii waamicha biyyaa fudhachuun fedhii isaaniin biyya diinarra ittisuuf gara Raayyaa Ittisaatti makamuu ragaa Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii godinaalee kanneenirraa argame n muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.