Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Awwii Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Dargaggoota Godina Goojjam Bahaa fi Godina Awwii marsaa 2ffaaf Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.

Dargaggoonni kunneen miseensa Raayyaa Ittisaa ta’uun biyyaa fi ummata tajaajiluuf gara giddugala leenjii imaluu isaanii ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Amaaraarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.