Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Walqixxee leenjiif galan hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii , 2013 (FBC) – Dargaggoonni tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Walqixxee leenjiif galan hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’atan.

 

Daayreektarri jeneraalaa ijaarsa nageenyaa aadde Asmaa Raddii fi gorsaan Ministeerichaa Dooktar Yohaannis Ammanaa dargaggoota kanneen waliin marii bal’aa taasiisaniiru.

 

Hirmaannoon kunneen gaaffii kaasaniif deebiin laatameera.

 

Dabalataan Preezdaantiin Yuunvarsiitii Walqixxee Dooktar Faarees Yeesuuf turtii dargaggoonni kunneen Yuuvarsiitichatti taasiisaniif wantoota barbaachisan hunda deeggarsa kan taasiisan ta’uu ibsaniiru.

 

Jilli kun haala sirna nyaataa, qulqullinaa naannoo fi kutaawwan ciisichaa dargaggoota kanneenii daawwateera.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.