Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii hiriira balaaleeffannaa ABO Shanee gaggeessan

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Dargaggoonni magaalaa Laga Laafoo Lagaa Daadhii hiriira balaaleffannaa shannee fi garee ABUT gaggeessaniiru.
Hiriiricharratti sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan giddugala ijaarsa sirna Diimookiraasii Waajjira Muummee Ministiraa Dooktar Biqilaa Hurrisaa fi Kaantibaan magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii aadde Habiibaa Siraaj argamaniiru.
Olola sobaa shanee fi ABUT dhagahuu dhisuun nageenyaa keenyaa eeggaachaa biyya keenyaa yaa ijaarru jedhan aadde Habiibaan.
Waan dandeenyu hundaan Raayyaa Ittisa Biyyaa yaa deeggarru jedhaniiru.
Abjuun Garee hattootaa fi bitamtootaa hin milkaa’u jedhan Dooktar Biqilaa Hurrisaan haasawa hiriiricharratti taasiisaniin.
Dargaggoonni biyya eeguu fi ijaaruu keessatti qooda guddaa kan qaban ta’uu hubachiisaniiru.
Ifaa Dalasaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.