Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni biyya dhaaluuf galma qabaachuu qabu – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) –Dargaggoonni biyya dhaaluuf galma qabaachuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad marii dargaggootaa mata duree ‘Ga’ee dargaggootaa bara keenyaa’ jedhuun gaggeeffamaa tureerratti argamuun haasawa cufiinsaa taasiisaniiru.

Dargaggoonni biyya dhaaluuf galma qabaachuu akka qaban ibsaniiru.

Saganticharratti gaaffii dargaggootarraa ka’eef deebii laataniiru.

Piroojektoonni ijaarramaa jiran hundi haala dargaggootaaf abdii ta’aniin hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Dargaggoonni naannoo hogganuu caalaa biyya, Ardii fi addunyaa hogganuuf hojjechuu qabu jedhan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.