Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoonni Afrikaa egeree Afrikaa murteessuuf dandeettii guddaa qabu- Obbo Dammaqaa Makonnin

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)-  Dargaggoonni Afrikaa egeree Afrikaa murteessuuf dandeettii guddaa qabu jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI Obbo Dammaqaa Makonnin.

Obbo Dammaqaa Mokonnin Yaa’ii Dargaggoota Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti argamuun haasawaa taasisaniin, dargaggoonni ardichaa egeree Afrikaa murteessuuf dandeettii guddaan keessoo isaanii jiraachuu ibsaniiru.

Kaayyoon ijoo yaa’ichaas dandeettii guddaa kana tokkummaan akka baasan dandeessisuufi Afrikaa badhaate akkasumas dhiibbaa hundarraa walaba taate uumuuf tattaaffii taasifamu cimsuuf ta’uu addeessaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.