Daraggoonni Afrikaa bahaa Finfinneetti biqiltuu dhaabuufi
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Daraggoonni Afrikaa bahaa Finfinneetti biqiltuu dhaabuufi jedhame.
Dargaggoonni Afrikaa Bahaa saganta muuxannoo wal jijjiirraa fi dhaabbii biqiltuu magaalaa Finfinneetti guyyoota lamaaf ni gaggeessuu jehameera.
Sagantaa mataa duree ‘Dargaggoonni nageenyaa buusuu, naannoo ni kunuunsuu’ jedhuun ni gaggeeffama jedhameera.
Sagantichaas humni eeggataa Afrikaa Bahaa federeeshinii dargaggoota Ityoophiyaa waliin qopheesssaniiru.
Sagantichiis boruu fi iftaan kan gaggeeffamuu yoo ta’u, dargaggoonni miseensaa humna eeggataa Afrikaa Bahaa irraa walitti babba’aan dabalatee dhaabbileen hawaasa siiviilii ni hirmaatuun jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.