Dameewwan Baankii Daldala Ityoophiyaa sababa waraanaan miidhaan irra ga’ee ture tajaajila kennuu jalqaban
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Dameewwan Baankii Daldala Ityoophiyaa sababa waraanaan miidhaan irra ga’ee ture tajaajila kennuu jalqabaniiru.
Garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra gahee kan ture dameewwan baankii daldalaa Ityoophiyaa 30 damee Dabrabiraan jala jiran hojiileen suphaa hojjetamuun gara hojiitti deebi’uu ragaan Baankii Daldalaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.