Fana: At a Speed of Life!

Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta’ee qulqullinaan hojjechuu qaba – MM Dr Abiy

Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta’ee qulqullinaan guddina biyyaatif hojjechuu qaba jedhame.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii biyyoolessaa 2ffaa sosochii indaastirii koonistiraakshinii magaalaa Finfinnee galma Koomiishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeeffamaa jirurratti argamuun ergaa dabarsaniiru.

Ergaa isaanitiinis damichi hannarraa bilisa ta’ee, qulqullinaan hojjetamuu akka qabu ibsaniiru.

Waggoottan kurnan itti aananitti damichi guddina biyyaa keessatti ga’eesaa akka taphatu mootummaan tumsa barbaachisaa mara kan taasisu ta’uu ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.