Fana: At a Speed of Life!

Daldaltoonni magaalaa Yaaballoo horsiisee bultoota aanaa Yaaballoof Booranaaf hongeen miidhamaniif deeggarsa taasisaan

Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Daldaltoonni magaalaa Yaaballoo horsiisee bultoota aanaa Yaaballoof Booranaaf hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu taasisaniiru.

Daldaltoonni obboleeyyan keenya haala hamaa keessa jiran deeggaruuf waan qabnu walitti gurmeessuun guyyaa har’aa deeggarsa Birrii miiliyoona 2 olii taasifne jedhan walitti qaban koree deeggarsa obbo Saara Jirmoo.

Itti Aanaan Bulchiinsa Godina Booranaa obbo Abdisalaam Waariyo Daldaltoota Magaalaa Yaaballoo osoo maatiin isaanii bonaan miidhama jiru guyyaa har’a hawaasa horsiise bulaa bonaan miidhaman deeggaran galateeffachuu ragaan Kominikeeshinii godina Booranaarra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.