Fana: At a Speed of Life!

Daldala alaa haalan hogganuuf qaama dhimmi ilaallatu waliin mariin gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Hojiin daldalaa alaa adeemsa isaa eeguun akka guddatuu fi hogganamuuf Preezdaantootaa naannolee fi itti gaafatamtoota damichaa waliin mariin gaggeefame.
Dameewwan xiyyeeffannoo barbaadanii fi oomishaalee daldala alaa keessatti qooda olaanaa qaban kanneen akka Warqee, Bunaa fi bu’aalee warshaalee irratti qindoominaan waliin hojjetama jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.