Fana: At a Speed of Life!

Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessa waldhaansa baqqaqsanii yaaluun ba’e

Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC)-Hoospitaala Waliigalaa Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessaa waldhaansa baqqaqsanii yaaluun ba’uu ibsameera.

Haadhaa kanaaf waggootta lamaaf dhaabbiilee yaala Fayyaatti waldhaanis taasiisafamaafi kan ture ta’uu eerameera.

Waldhaansa baqqasanii yaaluu kana keessatti ogeeyyiin yaala fayyaa 7 hirmachuu eerameera.

Haati kun wayita ammaa haala Fayyaa gaariirratti kan argamtu ta’uu himameera.

Salamaawiit Muluuneehitu gabaase

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.