Fana: At a Speed of Life!

Daayrektarri naannawwaa Afriikaatti Sagantaa Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Ahuunaa Iziiyakonwaan Maqalee galan

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Daayrektarri naannawwaa Afriikaatti Sagantaa Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Ahuunaa Iziiyakonwaan Maqalee galan.
Daayrektarittin Maqalee kan galan duula seera kabachisuu naannoo Tigraayitti adeemsifame hordofe, daawwannaa adeemsa bu’uuraalee misoomaa deebisani ijaaru mootummaan jalqabamee deeggaru dandeessisu taasisuuf akka ta’ee beekkameera.
Turtii guyyaa tokkoon Maqaleetti taasisaniin hoggantoota hojii bulchinsa yeroo naannichaa waliin ni mari’atu jedhameti eegama.
Dhaabbatichi (UNDP) Naannoo Tigraayif konkolaattoota sadii fi meeshaalee biiroo keessaa deeggaruun himameera.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.