Fana: At a Speed of Life!

Daayrektarri Jeneraalaa IOM Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi

Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Daayrektarri Jeneraalaa Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa Emmii Pooppi Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi.

Daawwannaan kun hojiilee Itiyoophiyaan baqattootaa simachuu fi keessummeessuu, akkasumas haalawwan kanaan walqabataniif haala mijeessuu keessatti gahee addunyaa irratti qabduuf beekkamtii kan laatu ta’uu eerameera.

Seenaa dhaabbatichaa waggoota 72 keessatti Daayrektara Jeneraalaa dubartii jalqabaa kan taate Emmi Pooppi daawwannaa hojii jalqabaa isaanii Itiyoophiyaa eegaluuf ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.