Daayreektarri Biiroo Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yii Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Daayreektarri Biiroo Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yii daawwannaa hojiif har’a ganama Finfinnee galaniiru.
Daayrektarichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti aanga’oota olaanoon simatamaniiru.
Waangi Yiin turtii Finfinneetti qabaataniin hariiroo damee hedduu Ityoophiyaa fi Chaayinaa cimsuu irratti qondaaltota mootummaa walin ni mar’atu jedhamee eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.