Daawwannaan imaammataa fi tarsiimoo hunda galeessa diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf galtee ta’u taasifame
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Daawwannaan imaammataa fi tarsiimoo diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf galtee ta’u Turkitti taasifamuu ibsame.
Jilli miseensota Komishinii Gumruukaa fi manneen hojii garaagaraarraa walitti babba’an of keessatti haammate Turkitti zooniiwwan indaastirii daawwachuun wal jijjiirraa muuxannoo taasiseera.
Daawwanaan akka kanaa imaammataa fi tarsiimoo hunda galeessa diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf galtee kan ta’an ta’uu ragaan Komishiniicharraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.