Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa wiixata dhufuu eegalee Finfinnee Maqalee akkasumas Maqalee Finfinnee balallii halkanii ni eegala

Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa wiixata dhufuu eegalee Finfinnee gara Maqalee akkasumas Maqalee gara Finfinnee balallii halkanii kan eegalu ta’uu ibse.

Adoolessa 22, 2016 eegalee balallii halkanii kana kan eegalu ta’uu fuula miidiyaa hawaasummaa isaan ibseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.