Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa garaagaraatti imalchiisaa jiraachuu beeksiise

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiya guyyaa ‘jaalalleewwanii’ baatii kana kabajamu sababeeffachuun Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa garaagaraatti imalchiisaa jiraachuu beeksiiseera.
Daandiin Qilleensichaa bara darbe baatii kana keessa Oomisha Abaaboo miiliyoona 95tti hiiqu imalchiisuu ibseera.
Xiyyaaroota meeshaaan hoo’ina to’atu itti hidhameen baatii kana guyyaa Jaalalleewwanii (valentine day) kabajamu sababeeffachuun Oomishaalee Abaaboo biyyoota addunyaa garaagaraatti imalchiisaa jiraachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiiseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.