Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa lammiilee waamicha guddaa ‘Iid hanga Iid’ fudhachuun gara biyyaa dhufaniif gatii tikkeettii 20 hir’isuu ifoomse

Finfinnee, Eebila 2, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Ityoophiyaanoota waamicha guddaa gara biyyaa ‘Iid hanga Iid’ fudhachuun gara biyyaa dhufaniif gatii tikkeettii % 20 hir’isuu fi gabatee imalaa ifoomseera.

Haaluma kanaan bara Faranjootaa Eebila 6 -21, 2022 Tikkeetti hir’ifamni taasiifame murachuun, Eebila 25 hanga Caamsaa 15, 2022tti imala isaanii taasiisuu kan danda’an ta’uu beeksiiseera.

Lammiileen, Dhalattoonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa Carraa kanatti fayyadamuun waamicha guddaa gara biyyaa ‘Iid hanga Iid’ jedhuun sagantaalee garaagaraa qophaa’anirratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.