Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa har’a Balallii Tookiyoo – Naaraataan kallattiin ni eegala

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa har’a Tookiyoo – Naaraataanitti ballallii kallattii kan eegalu ta’uu beeksise.
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fedhii maamiltootaa bu’uura taasiisuun har’aa eegalee Tookiyoo – Naaraataanitti ballallii kallattii kan jalqabu ta’uu ragaan daandii qilleensichaarraa argame ni muul’isa.
Daandiin qilleensichaa Tookiyoo dabalatee Ardii Eeshiyaatti iddoolee ga’umsaa 18 qabaachuu himameera.
Umrii ganna 75 ol kan qabu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa iddoolee ga’umsaa 127 qabaachuu himameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.