Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin hojjechuuf waliigale

Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin hojjechuuf waliigaleera.

Turizimii fi daldala saffisiisuun maqaa biyyaa ijaaruu fi haala daldala idil addunyaa keessummeessuu danda’u Konveenshinii ammayyaa fi Giddugala Agarsiisaa Finfinneetti ijaaruuf kan dandeessisu waliigaltee Invastimantii ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.