Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa dabalataan baliilii sadii gara Omaanitti taasisuufi

Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Magaalaa Guddittii Yoordaanos Omaanitti dabalataan baliilii sadii taasisuuf akka ta’e beeksise

Balaliin taasisu kunis Sadaasa 4, irraa eegalee ta’uu ragaan dandii qilleensichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.