Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa buufata daddabarsa Annisaa abbaa Meeggaa Waatii 50 eebbisiise

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa buufata daddabarsa Annisaa abbaa Meeggaa Waatii 50 eebbisiiseera.

Buufatichi bakka Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbatichaa Obbo Masfin Xaasaw, Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Tajaajila Elektirikaa Itiyoophiyaa Obbo Shifarraaw Taliilaa fi keessummoonni biroo argamanitti eebbifameera.

Hojiin ijaarsa buufatichaa waggaa 2 fi walakkaa kan fudhate yoo ta’uu, Doolaarri miiliyoonni 9 baasii itti ta’uu ibsameera.

Barakat Takkaalinyitu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.