Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa Bakka keessumeessa Imaaltoota Buufata Xiyyaraa Jiinkaatti eebbisiise

Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bakka keessumeessa Imaaltoota Buufata Xiyyaraa Jiinkaa ammaya’aa ijaarsise eebbisiise.
Saganticharratti Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii Qilleensichaa Obbo Masfiin Xaasawuu, Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Abbaa Taayitaa Aveeshinii Itiyoophiyaa Geetaachoo Mangisteenii fi Qoondaltoonni olaanoo Naannoo Kibba Itiyoophiyaa argamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.