Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa Badhaasa GeejjibaTurizimii olaanaa badhaafame

Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Geejjiba Turizimii olaanaa badhaafameera.

Fooramii hoggansaa Turizimii 2024 Boostiwaanaa magaalaa Gaaboorooniitti gaggeeffamerratti Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Badhaasa Geejjiba Turizimii Olaanaa badhaafameera.

Badhaasichi dhaabbilee Tajaajila Geejjibaa sadarkaa isaa eeggale imaltootaaf dhiyeessanii fi eegumsa jijjiirama qilleensaarratti tattaaffii cimaa taasiisuun damee Indaastirii Turizimii Afrikaaf gumaacha isaanii bahataniif badhaasaa fi beekamtii kennamu ta’uu ragaan fuula Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.