Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa badhaasa bara jireenya Pireezidaantii Ameerikaa argate

Finfinnee, 2, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa bara jireenya Pireezidaantii Ameerikaa Joo Baayidaan argateera.

Hawaasa kutaalee Ameerikaa keessatti argamaniif tajaajila ga’umsa qabu kennaa jiruuf badhaasaa fi beekamtii kenname ta’uu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.