Daandiin Qilleensicha dorgommii biziinasii 15ffaa Gaanaa-Afrikaarratti badhaafamaa warqee ta’e
Daandiin qilleensichaa biyyoota Afrikaa walitti hidhuun shooraa olaanaa ba’aachuun badhaafamaa kan ta’e.
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa damee Aviiyeshiniitin dursaan tajaajiluun diinagdee Gaanaarratti qooda olaanaa fudhateera jedhame.
Biyyattitti daandii qilleensa olaanaa kan ta’e Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa diinagdee biyyoota Afrikaa walitti hidhuu fi wayita weerara vaayrasii koroonaatti dhiyeessi qorichootaa fi nyaata Gaanaa dabalatee gara biyyoota biroo akka qaqqabuuf bu’aan galmeesseen badhaafamaa ta’uu kan danda’e.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.