Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarota booyiing 777 meeshaalee fe’an 5 bituuf ajaje
Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarota booyiing 777 meeshaalee fe’an 5 bituuf ajajeera.
Xiyyaaronni kunneen akka bitamaniif kan ajajaman fedhii tajaajila fe’umsaa dabalaa dhufe guutuuf ta’uu eeramuu ragaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.