Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid-19 miiliyoona 30 imalchiisuu beeksiise
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa biyyoota 24f talaallii Covid-19 miiliyoona 30 imalchiisuu beeksiiseera.
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Tajaajilli Kaargoo fi Loojastikii guutuu addunyaatti Talaallii Covid -19 guutuu addunyaatti imalchiisuun adda duree ta’uun kan yaadatamuudha.
Daandiin Qilleensichaa haal dureewwan barbaachisan guutuun talaallii Covid-19 miiliyoona 30 guutuu addunyaatti imalchiisuu beeksiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.