Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Bahiireenitti taasiisu irra deebiin eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Bahiireenitti taasiisuu waggoota lamaa oliif adda kutee ture irra deebiin eegaleera.
Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Bahiireen Maanaamaa wayita ga’u simannaa hoo’aan taasiifameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.