Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandiin qilleensa filatamaa Afrikaa irra deebiin injifate

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandiin qilleensa filatamaa Afrikaa 2021 irra deebiin injifateera.

Sadarkaa idil addunyaatti beekkamtii olaanaa kan qabu baadhaasni Sikaaytiiraksii itti fufuunsa waggoota afuuriif kan injifatee daandiin qilleensichaa tajaajila isaa qulqullinnaan dhiyeessuu akka itti fufuu beeksiseera.

Daandii qilleensa Ityoophiyaatti aanee daandiiwwan qilleensa Afrikaa Kibbaa fi Keeniyaa sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa qabataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.