Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa meeshaalee gara Moorookootti geejjibsiisuu eegaluufi

Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa meeshaalee gara Moorookootti geejjibsiisuu eegaluuf ta’uu beeksise.

Tajaajila fe’umsaa gara Moorookoo Kaazaabilaankaatti geejjibsiisuu eegaluuf qophii xumuruu himeera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.