Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen gara Landanitti taasisu ol guddise

Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lakkoofsa balallii torbeen yeroo 7 gara Landanitti taasisu ture 10 ol guddisuuf qophii xumuruu ibseera.

Sadaasa 11, 2016 eegalee magaalaa Landanitti kan argamu gara Buufata Xiyyaaraa Gaatwiikitti balallii haaraa eegaluuf ta’uu ibseera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.