Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Damee Daandii filatamaa Diinagdee Afrikaaf kaadhimame

Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Damee Daandii filatamaa  Diinagdee Afrikaaf kaadhimameera.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa kana dura yeroo 4 badhaasa damichaa injifachuun kan yaadatamu yoo ta’uu, bara kanas badhaasichaaf kaadhimameera.

Lammileenis karaa liinkii kanaan https://www.worldtravelawards.com/vote-r3#votenow sagalee akka kennaan daandiin Xiyyaara Itoophiyaa waamicha taasiseera.

Sagalee kennuunis hanga Qaammee 3,2016’tti kan itti fufu ta’uu beeksiseera.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa “World Travel Awards” irratti damee 6’n kaadhimamaa ta’uun ni yaadatama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.